Oduu Bitootessa 11,2021



Sponsoraa
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
1. Warannii kaaba itti fufe
– Manni kuusaa waraana Maqalee saamame
– Walqayitiifi Rayya siin deebisna jechuu waada galame
– Dipilomatiin biyyaa 40 Maqalee deeman
– Maqalee lagannaa gabaa irra jirti
– Dipolomatii PP ango gadi dhiisi
2. Olmaa Oromiyaa
– Jawar faa nyaata jalqabuun qondaala PP guddaa tokko hoji irra ariisise
– Oromiyaa keessaa gudina 18 keessaa 14 beela keessa jiru
– Jireenyi qaala’uu namoota heddu miidha jira
– Duguggaa sanyii deegaruun hiriira bahame
– 3. Olma adunyaa
– Antoniyo Blinkin Tigayatti duguuggaa sanyii rawwatame jedhe
– UN dhimma Itophiyaa boru mari’ata
– Sudaan kara Blue Nile waraana eegalte

Nguồn: https://collectif-du-chambon.org/

Xem thêm bài viết khác: https://collectif-du-chambon.org/category/nong-nghiep

Related Post

6 Replies to “Oduu Bitootessa 11,2021”

  1. Watch out Naftegna's machinaitions. In that Naftegan Amara rally, how do we know if a man carrying Eritrean flag is really Eritrean? Did he say a word in Teagrigna language to prove that he is an Eritrean national?

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *